Miiltoo Tech odeeffannoo gama Teekinoloojiidhaan isin biran gahuuf hanga humnna keenyaa hojjechaa turre, ammas hojjechaa jirra. Amma immoo Youtube gubbattii Programming language, markup language, scripting language, stylesheet fi.k.k.f Afaan Oromoodhaan qabanne dhiyyannee waan jirruuf akka irraa barattanf akka subscribe gochuun nu bira dhaabbattan kabajaan isin gaafaanna.
Link kana tuquun Youtube Miiltoo Tech maatii keenyaa akka taatan kabaja Oromummaadhaan isin gaafanna!
Dhimmi Afaan Oromoo anaaf dhimma sadarkaa keessa galu miti!
Afaan Oromoo waliin haa guddisnnu!
Anis gaheekoo nan bahadha. Afaan Oromoo afaan Tekinolojii gochuf gahe keenya haa bahannu!
Post
test
Subscribe to:
Post Comments (Atom)
Embracing Friendly Learning in Afaan Oromoo Language
Welcome to Miiltoo Tech, a community dedicated to providing friendly teaching in Afaan Oromoo Language. "Miiltoo" means being a ...
-
Welcome to Miiltoo Tech, a community dedicated to providing friendly teaching in Afaan Oromoo Language. "Miiltoo" means being a ...
-
Facial Recognition Glass jedhama. Innis kaninni kalaqamef yakka to'achuuf. Fuullen ijaa kun ofirraa #Kaameraa_HD fi 5G #Internet_Connec...
No comments:
Post a Comment