Post

test

Thursday, December 5, 2019

Cosmo Computer

Dhaabbattni #Planet_Computers jedhamu #Smartphone_computer abbaa #screen lama #Cosmo_Computer jedhamu ifoomsee. #Cosmo_Computern #Rear_Camera 24MP fi #Front_Camera 5MP, 4G dachaa (4G dual), ulfaatina 300g qaba. Akkasumas #USB_C_Port lama kan qabudha. Bilbilli kun waan hunda kan guuttatee humni isaa ‘Mediate Helio’ P70 processor, 6GB RAM fi humna kuusaa keessoo 128GB qaba.

Bilbilli kun yeroo ammaa hojiirra jiraatuus caalmaatti fooyyeessuuf hojjechaa jiraachuu dhaabbanni oomishe beeksisee jira. Gatiin bilbila kanaa #Tax alatti $871 ykn £799 dha. Dhaabbatichi guyyaa borii magaalaa #Londontti Bilbila kana gabaaf ni ifoomsa jedhameera.

Fuula Facebook Keenya Hordofaa
www.facebook.com/miiltoot
MIILTOO TECH

No comments:

Post a Comment

Embracing Friendly Learning in Afaan Oromoo Language

Welcome to Miiltoo Tech, a community dedicated to providing friendly teaching in Afaan Oromoo Language. "Miiltoo" means being a ...