Post

test

Thursday, December 5, 2019

Facial Recognition Glass jedhama. Innis kaninni kalaqamef yakka to'achuuf. Fuullen ijaa kun ofirraa #Kaameraa_HD fi 5G #Internet_Connection ofirraa qaba. #Kaameraa kana fayyadamuun suuraa nama #Police'n tokko fageenyarratti ilaalaa jiru kaasuun gara #Server'tti ergaa. Suuraa nama shakkame kana kaasuf #police'chi nii dunuunfata yeroo kana battalumatti suuraa kaasti jechuudha. Suuraa kana battalumatti #Internet_connection_ fayyadamuun gara #server_tti ergiti. Fuula kana battalumatti irraa muruudhaan gosa moosaajii #FACE_Recognition fayyadamuudhaan eenyummaa namoota suurarra jiranii #micro_second kessatti debistee #Policechaaf bifa sagaleef(karaa #earphone) suuraatin ergitif. Suuran kun akka nama yakka hojjetee barbaadamaa jiruu yoo tahe battaluma sagalee "qabi" jedhu itti himti. Kanaaf #policen akka duraanii deemee ati eenyudhaa, waraqaa eenyummaa kee fidi jechuun hin gaafatu. Teekinolojiin kun biyya #China keessatti hojiirra oolee jira. 👉MIILTOO TECH

No comments:

Post a Comment

Embracing Friendly Learning in Afaan Oromoo Language

Welcome to Miiltoo Tech, a community dedicated to providing friendly teaching in Afaan Oromoo Language. "Miiltoo" means being a ...